Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Abbootii Mura'aa 11

30 Yiftaan Mootii Waan Maraatiif waadaa galee, «Worra Amoonii harka kiyyatti dabarsitee yoo kennitte, 31 ani yennaa worra Amoonii injifadhee deebi’ee dhufu, na fudhatiisaaf nama mana kiyya keessaa dursee gad bawu si Mootii Waan Maraatiif hin kenna; ciincaalle godhee siif hin dhikeessa» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também