Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Abbootii Mura'aa 14

3 Abba’aa fi haati isaa ammoo, «Ati worra Filisxeemotaa ka haqanqabaa hin qabannee keessaa niitii fuudhiisaaf ka dhaxxu, fira keeti keessa yookiin kolbaa teenna mara keessa durri hin jirtuu?» jedhanee gaafatane.

Inni ammoo abbaa ifiitiin, «Isiin ilatti waan na tolteef na fuusisa’a» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também