Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Abbootii Mura'aa 4

4 Yennaa san Deboraan raagittiin haati manaa Laphiidotii, kolbaa Israa’eliitiif haadha mura’aa ti. 5 Isiin biyya koobotii Efreemii keessa, qachaa Raama’aatii fi Bet’elii odduu meexxii Debora’aa jala teettee muraa kenniti; kolbaan Israa’eliille muraa dhaggatiisaaf gara isi’ii dhaxxiiyyu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também