24 Giidewon achitti Mootii Waan Maraatiif addee ciinca’aa ijaaree, «Mootiin Waan Maraa, Mootii Waan Maraa ka Nageyaa ti» jedhee moggaase. Addeen ciinca’aa sun haga adhaalle qachaa «Ofraa» jedhamu ka sanyii Abii’ezerii keessa jirti.
Publicidade