Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Abbootii Mura'aa 7

22 Namooti Giidewonii dhibbi sadiin sun tultullaa ifii yennaa afuufane, Mootiin Waan Maraa loltooti Miidiyaanii shallaaga’aan akka wolitti ka’anu godhe; isaan shallaaga’aan wol lolanee, gara qachaa Zereera’aatitti fuula galane gara qachaa Bet-shitaahititti, achille’een haga meessaa qachaa Abeel-meholaa ka Xabaat bira jiruutitti baqatane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também