16 Kolbaa Israa’elii hedduu gara Waaqa Goottaa isaanii hin deebisa. 17 Akkuma Eliyaasii raagichaa Ayyaanaa fi hunna qabaatee, yaada abbooti’iitii fi ijoolle’ee tokko tolchiisaaf, kolbaa hin ajajanne gara yaada balchoole’eetitti deebisiisaaf, kolbaalle Gootta’aaf qopheessiisaaf Gootta’aan dura hin ideema» isaan jedhe.
Publicidade