Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 10

Yesuus Gammade

21 Yennuma sanitti, Yesuus gammada Ayyaana Woyyichaatiin guutamee, «Abbaa kiyya, Goottaa ol-gubbaaatii fi lafaa! Waan kana worra qaroole’ee fi beettota dhossitee worra wo hin beenneef10:21Worra wo hin beenneef: Ijoolle’eef waan mudhitteef si galateeffadha. Ee, Abbaa, wonni sun akka teetuuf waan ati itti gammadde.

Veja também