Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 12

Ka Sodaatamu’uuf Male

4 «Jaalota tiyya, ani isinitti hima; worra isin12:4Isin: Foon yookiin nafa ijjeesee ammoo waan badduu dhibii tana caalaa hujuu hin dandeenne hin sodaatina’a. 5 Ani ka sodaatiisaa maltane isinitti mudhisa: Ka ijjeeseen duuba, ibidda bara baraatitti gatiisaaf baallii qabu, Waaqa sodaadha’a. Ee, ani isinitti hima isa callaa sodaadha’a!

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também