Publicidade

Lucas 12

6 «Sinbirrooti didiqqoon shanan saantimii lamaanitti gurgurantii motii? Te’uu malee isaan san keessaa takkattiin Waaqa duratti dedhantee hin jirtu. 7 Rifeensi mataa keessaniituu maraa laakkowameera. Maarre hin sodaatina’a; isin sinbirroota didiqqoo san caalaa gatii guddoo qaddan.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-