Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 17

6 Goottaan deebisee, «Dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici’ii geettu adoo qabaattanee, qilxaa kanaan, Hiddaan buqqa’ii abbaayaa keessatti dhaabami!yoo jettane, innille isiniif hin ajajama» jedheen.

Veja também