Mammaassa Fariisaayichaatii Fi Namicha Qaraxa Guuruu
9 Yesuus namoota garii ka balchoolee ifi seyanee, worra kaan tuffatanutti, mammaakee: 14 Ani isinitti hima, Fariisaayicha saniin irra namichi qaraxa guuru kun Waaqa duratti balchoomee gara mana ifii deeme. Nami ifi guddisu hin diqqaata, nami ifi diqqeessu hin guddata» jedhe.