Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 19

8 Zakkewoos ol ka’ee dhaabbatee Gootta’aan, «Gootta’a! Ani wol qixxee karra tiyyaa hiyyeeyyi’iif hin qooda, eennulle irraa sobee yoo wo fudhadhee jiraadhe, harka afur hin deebisaaf» jedhe.

9 Yesuus isaan, «Namichi kunille ilma Abrahaamii waan te’eef, adha fayyinni mana kanaaf dhufeera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também