Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 2

13 Ergantooti Waaqaa ta ol-gubbaaa hedduun erganticha Waaqaa san woliin dedhuma mudhatanee, 14 «Ulfinni ol-gubbaatti Waaqaaf te’u, lafalle’etti worra inni jaalatuuf nageenni te’u» jedhanee Waaqaa galateeffatane.

Veja também