4 Yoseefille dhalootaan sanyii Daawitii waan te’eef, qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu bayee, gara qachaa Daawitii, ka biyya Yihuda’aa keessatti dhaggamuu Beeteelem dhaqe. 5 Inni intala kadhateeru, ta ulfa qaddu, Maariyaam woliin laakkowamiisaaf achi dhaqe. 6 Adoo isaan Beeteelem keessa jiranuu, yennaan Maariyaamiin deettu geette. 7 Isiin ilma angaficha deettee, mana keessumma’aa keessaa addee buli’ii waan dhabaneef, annuu hoccu’uun martee goongaa2:7Goongaa: Gonboo keessa irkitte.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.