Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 2

Tissitootaa Fi Ergantoota Waaqaa

8 Dirree adaala biyya saniititti tissitooti halkaniin horii tissaa bulanu jiran2:8Tissitooti horii halkaniin tissaa bulanu: Tissitooti horii miree yookiin foora bulchanu. 9 Ergamaan waaqaa dedhuma isaanitti mudhatee, ulfinni Gootta’aalle isaanitti ifee jennaan bararaqane. 10 Ergantichi Waaqaa ammoo, «Hin sodaatina’a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessiisaaf dhufe.

Veja também