24 Maarre gaaffii isaaniitiif deebii kenniisaaf, Philaaxoos muraa kenne. 25 Namicha nageya booressiisaa fi nama ijjeesiisaan hidhameeru, ka kolbaan gaafatte hiikee, akka fedha isaanii Yesuus dabarsee isaanitti kenne.