Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 24

25 Achiin duuba Yesuus isaaniin, «Isin attam attam gowwoole’e, waan raagoti jedhane maraa dhugeeffatiisaafille yaadi gadhaa keessanii attam attam hancaara’a! 26 Masiihiin rakkinna kana maraa fudhatee ulfinna ifiititti galiisi, barbaachisa’aa motii ree?» jedhe. 27 Yesuus achiin duuba kitaaba Muuse’eetii jalqabee kitaabota raagotaa mara keessatti, marroo isaatiif waan Barreeffam Woyyichi dubbatu maraa isaaniif hiike.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também