Publicidade

Lucas 24

Yesuus Gara Ol-Gubbaaa Deebi’e

50 Achiin duuba Yesuus qachaa keessaa baasee, haga Bitaaniya’aa isaan geesse; achitti harka ifii lamaanuu ol kaasee isaan eebbise. 51 Adoo isaan eebbisiisatti jiruu, isaan irraa gargar bayee gara ol-gubbaaa fudhatame.24:51 HuE. 1:9-11

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-