Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 6

Diinota Jaalachuu

27 «Ani ammoo isin worra na dhageettanuuf hima: Diina keessan jaaladha’a, worra isin jibbuuf waan dansaa godha’a. 28 Worra isin abaaru eebbisa’a, worra isin yakkulle’eef daadimadha’a!

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também