Pular para o conteúdo
Publicidade

Lamentações 3

21 Teetulle yennaa waan tokko qaabadhu,

addii qaba:

22 Jaalalli Waaqaa ka bara baraa waan te’eef,

marartii isaa ta dhuma hin qanne irraa ta kaate

nuuti badiisa dhanne.

23 Jaalallii fi marartiin isaa barii mara haareya;

addatamummaan isaa guddo’o.

Veja também