Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Lewwootaa 25

Liqaa Hiyyeessaaf Kennuu

35 « Isin keessaa nami tokko hiyyoommatee ifi qarqaariisa yoo dadhabe, akka inni odduu teessan le’iisa dande’u, akkuma nama alaga’aatii fi nama yenna’aaf odduu teessan jiru qarqaartanu isa qarqaara’a. 36 Isin ammoo ana Mootii Waan Maraa keessan sodaadha’a; akka inni odduu teessan le’uuf, waan tokkolle dhalaan isa irraa hin fudhatina’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também