29 Yesuus deebisee, «Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise, 30 lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle’ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle’etti jiruu bara baraa hin qabaata.
Publicidade
Wongeela Maarqoosii 10
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.