Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 12

30 Goottaa Waaqa keeti gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin, hunna teeti takkatti’iinjaaladhu. 31 Ajaji guddichi lammeesso’oo, Nama mara akka mataa keetii jaaladhuka jedhu kana. Ajaji guddichi isaan lamaan kana caalu ka dhibiin hin jiru» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também