Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 13

Yesuus Diigamiisa Galma Waaqaa Dubbate

1 Adoo Yesuus Galma Waaqaatii bayiisatti jiruu, barattoota isaa keessaa tokkochi isaan, «Barsiisa’a, ilaali! Dhakooti gugurdaan kunii fi ijaarsi gugurdaan kun attam dansa’a!» jedhe.

Veja também