Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 4

Mammaassa Midhaan Sanaafici’ii

30 Yesuus ammalle, «Mootummaa Waaqaa maaniin wol fakkeessina? Yookiin mammaassa kamiin isii hinna? 32 Inni yennaa facaafame, latee hin guddata; waan ficha’atti facaafame maraa irra ka caalu te’a; dameelee gugurdoo hin baasa. Sinbirreen dhuttee gaaddisa damee isaa jalatti mana ijaarratti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também