Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 4

37 Dedhuma bubbeen bubbittee, danbaliin4:37Danbaliin: Danbalaan bisaanii hobolo’otti dhangalaatee guutiisa geette. 38 Yesuus hoboloo san keessa gara duubaatiin boraafatee rafeeraayyu. Barattooti isaa isa dammassanee, «Barsiisa’a! Yoo nu dhumannu womaa si hin dhibuu!» jedhane.

39 Yesuus dammaqee bubbee saniin, «Cadhisi!» jedhee xixe. Danbalii bisaaniitille’een, «Sarmi!» jedhe. Bubbeen cadhinnaan, cadheessi guddaan te’e. 40 Achiin duuba barattoota ifiitiin, «Maaf guddoo sodaattane? Haga ammaa dhugeeffannaa hin qaddanuu?» jedhe.

41 Isaan ammoo guddoo sodaatanee, «Ka bubbe’ee fi danbaliille isaaf ajajamanu kun eennu inni?» woliin jedhane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também