Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 6

3 Inni ilma Maariyaami’ii ka muka bocuu motii? Obboleeyyan isaalle Yaaqoob, Yoseef, Yihuda’aa fi Simoon fa’aa motii? Qachaa keenna keessa ammaa tanalle le’anii motii?» jedhanee isa tuffatanee, isa fudhatiisa didane.

Veja também