Waaqaaf Addatamuu Dhaba Kolbaa Yihuda’aa
10 Marti keenna abbaa tokkocha qannaa motii? Waaqa tokkochattuu nu maraayyuu dadee motii? Maaniif nuuti wolii wolii keennaaf addatamuu dhannee, wol irratti ka’iisaan gondooroo Mootiin Waan Maraa abbootii teenna woliin godhe maaf diinna ree?