Pular para o conteúdo
Publicidade

Malaquias 2

15 Waaqi isinii fi muttaaraa teessan foonii fi Ayyaanalle’een tokko hin goonee ree? Maaf tana godhe? Sanyii Waaqa sodaattu waan barbaadeeruuf tana godhe; tanaaf ifi eeggadha’a! Muttaaraa teessaniif addatamummaa hin dhabina’a. 16 Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa’elii, «Ani nama niitii ifii lakkisu jibba; ani akka nama woyaa akka kaso’oon uffatuu nama waan hantuu godhulle jibba; tanaaf ifi eeggadha’a; addatamummaalle hin dhabina’a!» jedha.

Veja também

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias