Pular para o conteúdo
Publicidade

Milkiyaasii Raagichaa 3

16 Achiin duuba worri Mootii Waan Maraa sodaatu woliin dudubbatane; Mootiin Waan Maraa isaan caqasee, waan isaan dudubbatane dhage’e; kitaab dabarsii marroo worra isa sodaatanuutii fi worra maqaa isaa ulfeessanuu, fuula isaa duratti barreeffame.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias