Pular para o conteúdo
Publicidade

Milkiyaasii Raagichaa 3:7-11

7 Bara abbootii teessanii irraa jalqaddanee haga ammaatitti isin seerata kiyya irraa gortaneertan; isalle hin eeganne; ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Gara kiyya deebi’a’a! Anille gara keessan hin deebi’a!› isiniin jedheera; isin ammoo, ‹Attamiin deebina?› jettan. 8 Nami Waaqa hin saamaa? Te’uu malee isin na saamiisatti jirtan! Isin ammoo, ‹Attamiin si saamiisatti jirra?› jettanee hin gaafattan; isin kudhan keessaa tokko kennuu dhabiisaan, kennansa kennuu dhabiisalle’een na saamiisatti jirtan. 9 Isin, gosi teessan martinuu na waan saamiisatti jirtanuuf, isin abaarantaneertan. 10 Mana kiyya keessa sagaleen akka jiraattuuf kudhan keessaa tokko guutumatti gootaraa kiyyatti galcha’a! Ani foddaa ol-gubba’aa banee, eebba irraan dhangala’u yoo gad isiniif jissuu dhabaadhe na ilaala’a! 11 Corroxxi adda addaa midhaan keessan akka hin balleessine ani hin xixa; fichaa keessan keessaa muki woyni’ii keessan ka midhaan dhabe hin te’u.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias