Yesuus Ergantoota Kudhanii Lama Filate
1 Yesuus barattoota ifii kudhanii lamaan gara ifii waamee ayyaanota hamoota akka baasanu, dhukkubaa fi dhibee mara akka fayyisanu baallii isaaniif kenne.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.