35 Ani ilma abba’aan, intala haadha ifiitiin, niitii ilmaa haadha dhirsa isi’iitiin10:35Haadha dhirsa isi’iitiin: Haadha sodda’aatiin gargar baasiisaaf dhufeera. 36 Diinoti keessan maatuma teessan keessaa hin te’a.