Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 18

Ka Caalu Eennu

1 Yennaa san barattooti gara Yesuusii dhufanee, «Mootummaa Waaqaa keessatti ka caalu eennu?» jedhaneen. 2 Inni daa’ima tokko waamee, isaan dura dhaabbachiisee, 3 «Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa’immaanii hin te’in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubbaaatitti hin galtanu. 4 Eennulle ka akka daa’ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubbaaa keessatti mara ka caalu te’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também