Publicidade

Mateus 18

3 «Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa’immaanii hin te’in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubbaaatitti hin galtanu. 4 Eennulle ka akka daa’ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubbaaa keessatti mara ka caalu te’a. 5 Eennulle daa’ima akkasii maqaa kiyyaan ka fudhatu na fudhata.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-