Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 19

Yesuus Ijoollee Didiqqoo Eebbise

13 Achiin duuba akka Yesuus harka ifiitiin qaqqabee daadimatuuf ijoollee didiqqoo gara isaa fidane. Barattooti isaa ammoo worra ijoollee fide xixane; 14 Yesuus ammoo, «Mootummaan Waaqaa ta worra akkasii waan teeteef, ijoollee lakkisa’a, gara kiyya dhuttuutii hin dhooggina’a» jedhe. 15 Innille harka ifiitiin ijoollee qaqqabee achii ka’ee deeme.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também