Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 22

17 Maan sitti fakkaata? Mootii moototaa biyya Rooma’aatiif gibira kaffaluun seera moo seeraa moti? Nutti himi ree!» jedhaneen.

18 Yesuus ammoo, hammeenna isaanii beekee, «Isin kijiboole’e! Maaf haga na ilaaltan? 19 Beesee ittiin gabbartanu me natti mudhisa’a?» jedhe. Isaanille beesee22:19Beesee: Kitaab Giriikii dinaara jedha san takka itti fidane. 20 Achiin duuba inni, «Fakki’ii fi maqaan kun ka eennuu ti?» jedhee isaan gaafate.

21 Isaan deebisanee, «Ka mootii mootota biyya Rooma’aa ti» jedhaneen.

Achiin duuba inni, «Tanaaf, waan mootii moototaa mootii moototaatiif, waan Waaqaalle Waaqaaf kenna’a» isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também