Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 24

23 «Eennuulle isiniin Kunoo! Masiihiin as jira!yookiin, Inni achi jira!yoo jedhe itti hin dhugeeffatina’a. 24 Masiihooti dharaatii fi raagoti dharaa hin ka’an; isaan yoo dande’ane, kolbaa Waaqi filateeyyuu, dokonkorsiisaaf baasaa fi bilbaasa hin hujan. 25 Kunoo ani duraan dursee tana isinitti himeera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também