Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 24

23 «Eennuulle isiniin Kunoo! Masiihiin as jira!yookiin, Inni achi jira!yoo jedhe itti hin dhugeeffatina’a. 24 Masiihooti dharaatii fi raagoti dharaa hin ka’an; isaan yoo dande’ane, kolbaa Waaqi filateeyyuu, dokonkorsiisaaf baasaa fi bilbaasa hin hujan. 25 Kunoo ani duraan dursee tana isinitti himeera. 26 Maarre isaan, Kunoo! Inni lafa goomole’ee keessa jirayoo isiniin jedhane gad hin bayina’a; yookiin, Kunoo! Inni kolloo keessa jirayoo isiniin jedhane hin dhugeeffatina’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também