Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 24

Barumsa Muka Harru’uu

32 Yesuus ammalle, «Muka harru’uu irraa barumsa baradha’a! Yennaa dameeleen isi’ii quunxituu fi baala baattu, bonni akka dhikaate beettan. 33 Maarre akkasuma, waan kana mara yennaa dhaggitane akka Ilmi Namaa balbalatti dhikaate beeka’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também