Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 24

9 «Achiin duuba isaan akka rakkattanuu fi ijjeefantanu dabarsanee isin hin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif gosa maraan hin jibbatantan. 10 Yennaa san namooti hedduun dhugeeffannaa irraa hin jigan, isaan wol dabarsanee hin kennan, wolille hin jibban. 11 Raagoti dharaa hedduulle hin ka’an, worra hedduulle hin dokonkorsan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também