48 Yihudaan Yesuus dabarsee kennu, «Nama ani sunqadhu, isa qaba’a» jedhee duraanuu beessisa isaaniif kenneera.
49 Yihudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisa’a, attam nageyaa!» jedhee sunqate.

+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.