Publicidade

Mateus 28

18 Yesuus gara isaanii dhufee, «Baalliin duudiin ol-gubbaaa fi lafa irratti naaf kennanteerti. 19 Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a.28:19 HuE. 1:8 20 Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-