2 Ergamaan Gootta’aa ol-gubbaa irraa gad bu’ee, dhufee dhakaa boolla awwaalaa irraa gangalchee waan irra tee’eef, dedhuma tacho’i lafaa guddaan te’e. 3 Bifi isaa akka balaqqeetti’ii, woyaan isaa adii akka dhakaa roobaa ti. 4 Worri eegu ergamaa Gootta’aa waan sodaateef hollatanee28:4Hollatanee: Rommanee akka nama du’ee te’ane.
Publicidade