Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 3

16 Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, ol-gubbaan banantee Ayyaanni Waaqaa saphaliisa fakkaatee gad dhufee isa irra bu’uun dhagge. 17 Ol-gubbaa irraa qoonqoon, «Kun Ilma kiyya jaalatama’a, ka ani guddoo isatti gammadeeru» jette.3:17 Dad. 22:2; Far. 2:7; Isa. 42:1; Mat. 12:18; 17:5; Mar. 1:11; Luq. 9:35

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também