Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 4

Barsiisiisa, Lallabiisaa Fi Fayyisiisa Yesuusii

23 Yesuus manoota waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta marroo mootummaa Waaqaa lallabaa, dhibe’ee fi dhukkuba adda addaa mara irraa kolbaa fayyisaa Galiilaa duudii keessa deddeeme.4:23 Mat. 9:35; Mar. 1:39

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também