Marroo Gaarayyeeffataa
27 Yesuus, « ‹Hin gaarayyeeffatin› akka jedhame dhageettaneertan. 28 Ani ammoo isinitti hima: nami ila halcha’aatiin dubartii ilaale, gadhaa ifii keessatti isii gaarayyeeffateera.