2 «Hiyyeeyyi’iif yennaa arjoontanu, akka worri kijibu kolbaan akka isaan galateeffattuuf, Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessaa fi karaa irratti godhanu, ifi mudhisiisaaf hin godhina’a. Ani dhugumaan isinitti hima, isaan gatii ifii dhaggataneeran. 3 Ati yennaa arjoontu ammoo, waan harki keeti middichi godhiisatti jiru harki keeti bitaachinuu hin beekin. 4 Maarre arjoom keeti dhossa’aan te’uu ti; Abbaan keeti ka waan ati dhossa’aan tolchitu dhaggu, gatii si’iif hin kenna.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.