Waaqaa Fi Qabeenna Namaa
24 Yesuus itti dabalee, «Nami tokko garbicha goottolee lamaa te’iisaaf hin dande’u; tokkocha hin jibba, kaan hin jaalata; yookiin tokkocha ulfeessee kaan tuffata. Akkasuma Waaqaa fi beese’eef tajaajiluu hin dande’u» jedhe.