Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 6

6 Ati ammoo yennaa daadimattu, gara kolloo teetii seen, balbala cufadhuu, gara Abbaa keeti ka addee dhokatte jiruu daadimadhu. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan huju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna.

7 «Yennaa daadimattanu akka worra Yihudoota hin te’inii, jecha bu’aa hin qanne itti hin deddeebi’inaa; isaan heddummaa jechoota isaaniitiif, waaqi waan isaaniif dhage’u seyan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também